Amajjii tokko Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoofi Bara haaraa kabajame.
(SQ-Amajjii 2/2022)
Amajjii tokko Uummata Oromoo biraatti Guyyaa addaati. Miseensoonni Waraana Bilisummaa Oromoo, Qeerroo Bilisummaa Oromoo akkasumas, Uummanni Oromoo biyya alaaf keessaa guyyaa kaleessaa kabajaa Oolaniiru.
Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii kibbaa ammoo Kaadhimaamtoota haaraa eebbisuun guyyicha kabajeera.
