Irbuu Post Torbee lamaatti yeroo tokko Barruulee Warraaqsafi Siyaas-Dinaagde qabatee dhufuuf qophiisa xumureera. Kanaaf, Barruule kana argachuuf Karaa toora Telgram fi Page Fuul-barruun nu hordofaa! Akkasumas, Yeroo Dhihootti Hard Copy Oromiyaa Keessaafi Alaatti ni raabsama!
Galatooma!
Barruu Dhimmoota Siyaasa Oromoo fi haala waqtawwaa yeroo irratti baatiitti yeroo lama maxxanfamu.
Irbuun hin cabus; hin dabus!
https://t.me/irbuupost

