• Fri. Mar 20th, 2026

WBOn zoonii kibbaa godina Gujii bahaa keessatti diina du’aa fi madoon adabuu beeksise

Jan 5, 2023

WBOn zoonii kibbaa godina Gujii bahaa keessatti diina du’aa fi madoon adabuu beeksise.

ONM-ABO 5 Amajjii 2023 Waraanni Bilisummaa Oromoo Zooni Kibbaa Cibraan Soddom Booroo kaleessa Amajjii 4/2023 ganama keesa sa’a 12:30 irra hanga sa’a 01:30tti godina Gujii Bahaa aanaa Liiban mooraa Dhakaa Qallaatti lukkeelee waraana faashistii Abiy Ahimed kan maqaa sakatta’iinsa WBO jedhuun magaalaa Nageellee irraa dhufan irratti dhukaasa banuun 5 ajjeese 8 madeessuun koomaandara milishaa 1 meeshaa waliin harkaan qabee jira.

Lola kanaanis ergamtoota diinaa gargar facaasuun injifannoon goolabeera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading