ONM-ABO 12 Amajjii 2023 Tarkaanfii gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Birgeediin Murtoo Guutoo fi Bakakkaa kaleessa Amajjii 11, 2023 hanga har’aatti godina Lixa Shaggar aanaa Daannoo keessatti fudhataniin Bireeniin 10, isnaayipperaa 3, qawween AKM 250, hidhannoo, rasaasa dishqaa, rasaasa bireenaa, rasaasa AKM fi boombii dugda diinaa irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof galii taasisanii jiru.
Injifannoon Uummata Oromoof!
