• Mon. Mar 16th, 2026

Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Lixaa Aanaa Baabboo Gambeel keessatti Humnoonni Mootummaa Dargaggoota Sadii ajjeesan

Jan 13, 2023

Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Lixaa Aanaa Baabboo Gambeel keessatti Humnoonni Mootummaa Dargaggoota Sadii ajjeesan.

(SQ-Amajjii 12/2023)
Lixa Oromiyaa Godina Wallagga Lixaa Aanaa Baabboo Gambel Ganda Malkaa Eebichaa bakka jedhamuutti Waraanni Mootummaa Dargaggoota Sadii Yakka tokko malee ajjeesan.
Dargaggoo Jemal Mohammad
Dargaggoo Naasir Fufaafi Dargaggoo Musaa yoo ajjeesan Dargaggoota hedduu reebuun Miidhaa irran gahaniiru.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading