• Sun. Oct 1st, 2023

Irbuu Post Baatii tokkootti marsaa lama kan isiin qaqabsiisu yootahu. Yeroo amma Jildi Lammaffaa isin qaqabsiisuuf qophii xumureera

Jan 22, 2023

Yearly Subscription!

Seen-Duube Ijaarsa irratti Jaal Gurmeessaa Lammii maal jedhe?

Kanaafuu Qabsoon Bilisummaa Oromoo imaanaa Barattoota kalee fi Hayyoota har’aa kan warra lubbuun jiruuf Qabsicharratti kufaniidha yoo jenne falmii waan kaasu miti. Dammaquu fi Ijaaramuu malee Warraaqsa tokko milkeessuuf hawwuun immo Gangoorraa ilmoo eeguu taati. Barattoota dammaqsuu fi ijaaruuf qaama hawwaasaa kamirraallee anjawaa ta’us Barattootni keenya bifa silaa qabsichi feesisuun dammaqsanii, ijaaruu qabsicha keessatti wareega Qabsoon gaafattuuf hiriirsuu dhabuu keenyaan, har’a Oromoon akka sabaatti Salphina namummaa hamaa keessa akka turuuf qooda gudda qaba.

Taatee Diigamiinsa baroota garaa garaa ABO Irratti raawwatamee fi Qabsoo Oromoo ABO-WBO’n Baraarame (Kutaa 2ffaa. Che Kuevara dhaan)

Hooggansi ABO yeroo sanaa namoota Dhaabaaf Saba ganan irratti tarkaanfii fudhachaa ture: miseensummaa isaanii rarraasuuf booda keessa arii’uu; akkasumas deemsa of ittisuus fudhachaa ture. 

Oromoo qee’ee isaarra maalif Buqqafamaa? (Gurmu Lammii Eejjeta)

Warri ABUT sodaa waan qabaniif Waantoota fiixeetti bahaan akkasiin ariitiin doomsu turan. Dhuqsaan Dargaggoota Oromoo heddu biyya baasan. Heddu isani achi buutee taasisanii qara nu ilaalchisaa hambisan. Uummanni Oromoo Madaa hin qoorre heddus qaba.

Akkamiin Kosovoon biyya akka taate waliin ilaaluun Waan irraa barachuu qabdan irraa akka fudhattan abdii qabna (Gaazixeessaa ONM Jaal Daandii Elemoo)

Rippabilikoonni Yugoslavia duraanii Yugoslavia irraa addaan ba’aa waan turaniif, Koosovoon qaama Sarbiyaa taatee hafte, kunis waan gaaffiin uummata Kosoovoo hin deebineef waamicha sabboonummaa walabummaaf godhamu hammeesse.

Monthly Subscription

Leave a Reply