• Sat. Sep 23rd, 2023

Sababoota lollii walloorraatti taasifamaa jiruu PPn dhaabbii waraanaa guutuun qooda keessa qabdii jedhuuf!..

Jan 27, 2023

Sababoota lollii walloorraatti taasifamaa jiruu PPn dhaabbii waraanaa guutuun qooda keessa qabdii jedhuuf!..

  1. Erga tigrayy waliin waraanni eegaleeti kutaa waraana kaabaa(iizii kaabaa) Kan bakka buufamee humna Faannoo, milishaa amaaraaf liyyu hayilii jaraati. humni kun ammaatti guututti Kaaba daangaa Tigraayii buqqifamee, kiflaa xooriin RIBf humna adda Amaaraa /Abiy 2 fi birgeediin faannoof milishaa akkasumaas humna addaa waliitti 3 Kan Dajaan, minilik fi xaana jedhamaan duula kana irraa qooda fudhataa jiruu.
  2. Lola kana irraatti meeshaa qaamni federaalaa(PPn Abiy) Callaan hidhaattu Kan Akka zu-23, rpg, AKM turkey, snipper, dishqa, moortaraaf Kkf uummata Oromootti dhukaafamaa oole.
  3. RIB gaafa Madaalli humnaa Gama Oromootin caale officially dhufanii giddu seenanii humni finxaalessaaf weerartuun Amaaraa Akka hiriira sirreeffataan gargaara, dabalataan dhiheessis gargaaru irraa Haga dhukaasaan tumsuutti faana lolaa oole. Guduunfaa! loliichi Kan godhaa jiruu waraana Itophiyaa, Iizii kaabaa, Humna addaa Amaaraa, Faannoo Abiy fi milishaa Amaara, waliigala waraana itophiyaatiin Lola Oromoo walloo irraatti banamee, waan taheef Oromoon iddoo jiruu sirna kana rukutuu irraatti jabaatee walloof Oromummaa olfachuu qaba.
    Jaawwii Jiillee

Leave a Reply