ONM-ABO 1 Guraandhala 2023 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa baha Oromiyaa keessatti fudhachuu itti fufee jira.
Kaleessa galgala Amajjii 31, 2023 godina lixa Harargee aanaa Gammachiis bakka Hareera jedhamtu qeeransootni sabaa tarkaanfii laalessaa waraana bilxiginnaa irratti sa’a 1:00 hanga 4:00tti fudhateen waraana faashistii 11 ajjeesee 15 madeessuun injifannoo boonsaa galmeessee jira.
Injifannoon Uummata Oromoof!