• Sun. Oct 1st, 2023

Sirreeffama tarkaanfii godina lixa Harargee aanaa Gammachiis

Feb 2, 2023

ONM-ABO Guraandhala 2, 2023 WBOn zoonii bahaa cibraan Elemoo Qilxuu lixa Harargee aanaa Gammachiis iddoo Areeree jedhamutti tarkaanfii Amajjii 31, 2023 fudhateen humna diinaa irraa 27 ajjeesuun 30 madoo dandammii hin qabneen adabee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply