(SQ Guraandala 04, 2023)
Dhimma hundeeffama Sinoodoosii Oromiyaatiin wal qabateen lolli jabaan Magaalaa Shaashamanneetti ka’uun dhagaa’ame.
Koreen qindeessituu Sinoodoosii Oromiyaa Fuula Miidiyaa Hawaasummaa isaanii irratti akka beeksisanitti Hoogganaan Kutaa Lallaba Godina Arsii Lixaa har’a ganamaan gara Magaalaa Shaashamannee akka imalan ta’uun ni beekama.
Kana hordofuudhaan qaamni maqaa Amantaan Oromiyaa weeraree jiru Mana Amantaatti dubbii kaasuuf, tarkaanfii humnaa fudbachuu maddeen gabaasaa jiru.