• Thu. Apr 25th, 2024

WBOn lixa Shaggar aanaa Cobii keessatti diina adabe

Feb 10, 2023

ONM-ABO 10 Guraandhala 2023 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn godina Lixa Shaggar aanaa Cobii ganda Dirree Qabbanaa Lafa addaa Qixxisaa jedhamuun beekamatuu keessatti har’a Guraandhala 10, 2023 waraana PP sakattaa WBOf bobba’an haxxee itti hidhuun du’aa fi madoon adabe jira

WBOn tarkaanfii  haxxee fudhate kanaan loltoota diinaa 8 ajjeesuun 12 madeessuun humna diinaa tamsaasuun of duuba deebiseera.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading