• Sun. Mar 29th, 2026

Mootummaan Itoophiyaa Umurii Aangoosa dheereffachuuf kara Biyyoota Oolla meeshaa waraana galcha jiraachuun Maddeen gabaasan

Mar 17, 2023

SQ-Bitootessa 17/2023
Mootummaan Itoophiyaa Uumurii Aangoosa dheereffachuuf humna Waraana isaatif meeshaa waraana Kara Jibuuti galchaa jira. Yeroo amma kana Poolisi Feederalan ajjabamee Jibuuti ka’ee Samaraa qaxxamuree Logiya bakka jedhamuu konkolaata 82 Gadaa Taraanispoorteri fi MTS fe’amee gara Finfinnee imalaa jiraachuu maddeen gabaasan.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading