• Thu. Mar 19th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromootarkaanfii diina Irratti fudhatu jabeessee itti fufee jira

Apr 14, 2023

Ebla 14,2023 ONM-ABO

Gootichi WBO zoonii bahaa godina harargee bahaa aanàa Gooroo Guutuu araddaa Ifaa jiruu keessatti ,Ebla 13/2023 tarkaanfii fudhateen ( 8) ajjeessee
hedduu madeessee jira.

Gama meeshaatin kilaashii AKM 8 hidhannoo guutuu waliin dugda diinaa Irraa hiikkatee galii qabsoo bilisummaa Oromoo godhee jira.

tarkaanfii Waraanni Bilisummaa Oromoo fudhate hanga bilisummaa fi walabummaa
itti fufa.

Injifannoo Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading