• Sun. Jan 4th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Kibba Baha Oromiyaa keessatti diina du’aafi madoon adabuu beeksise

May 8, 2023

ONM ABO, Caamsaa 8, 2023

Abdiifi gaaddisni Saba Oromoo gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo, guyyaa har’aa, jechuunis Caamsaa 7, 2023 Godina Baha Shaggar Aanaa Aadamii Tulluu Jiddoo konbolchaa keessatti diina du’aafi madoon adabuun jiraattis namoota 4 harkaan qabuu beeksise.

Kibba Baha Oromiyaa keessatti
Cibraan Jaal Nadhii Gammadaatti Buttaan Heebaan Arsii, waranaa PP waardiyyoota waarshaa Sodaash irratti halkaan sa’a 4:00 irraa eegaluun tarkaanfii haleellaa fudhateen loltota pp 25 battalatti du’aan yoo adabuun 18 madoo tasiisee jira.

Gama meeshaatiin Qawwee AKM 2 hidhannoo guutuu waliin booji’uun dantaa Qabsoo Bilisummaa Oromoof oolchee jira.

IUOf

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading