• Sat. Mar 21st, 2026

Qophii Eebba Ogeeyyota Fayyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii kibbaa galgala kana sa’a 2:00 akka lakkoofsa impaayera Itoophiyaatti qabannee isiniif dhiyaanna

May 31, 2023

Qophii Eebba Ogeeyyota Fayyaa Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii kibbaa galgala kana sa’a 2:00 akka lakkoofsa impaayera Itoophiyaatti qabannee isiniif dhiyaanna.

ONM-ABO karaa YouTube, telegram, Facebook fi TVn hordofaa!

Arraata Biyyoolessa Oromiyaa sagalee cunqurfamtootaa !

Injifannoon Uummata Oromoof !

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading