ONM-ABO Waxabajjii 27,2023
Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti fudhatu jabeessee jira.
Haaluma kanaan Waxabajjii 2727, 2023 WBOn zoonii kibbaa konyaa Gujii lixaa aanaa Galaanaa, ganda Hirgansaa keessatti ergamtoota impaayeera Itoophiyaa tiksuuf uummata Oromoo dararan irratti tarkaanffi fudhateen loltoota sadi battalumatti ajjeesuun qawwee AKM sadi irraa hiikee galii dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof olcheera.
Injifannoon Uummata Oromoof!
