• Tue. Jan 6th, 2026

Miseensotni raayyaa ittisa impaayerattii 8 godina Gujii lixaa aanaa Bulee Horaa fi Lixa Wallaggaa aanaa Mana Sibuu irraa WBOtti harka kennatan

Jul 1, 2023

ONM-ABO Adoolessa 1, 2023

Sirna dhaabbiitti jige hin utubnu jechuun ilmaan Oromoo loltummaan sirna bilxigginnaa tajaajilaa turan kan duraa irra caalaa hedduminaan mooricha ganuun gooticha waraana bilisummaa Oromootti harka laattachuu jabeessanii jiru.

Haaluma kanaan guyyaa kaleessaa fi dheengaddaa waraanni Raayyaa ittisa impaayerattii baay’inaan 6 ta’an mooraa waraana bilxigginnaa  godina lixa Wallaggaa aanaa Qilxuu Kaarraa keessaa baduun WBOtti harka kennatanii jiru.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading