• Sun. Mar 29th, 2026

Ajajaan Ol’aanaa ABO-WBO jaal Marroo Dirribaa, I/A Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO jaal Gammachuu Abboyyee fi Ajajaan ABO-WBO Zoonii Gidduu Galeessaa jaal Sanyii Nagaasaa karaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa oduu aagaa isiniif qabu!

Jul 3, 2023

Oduu Aagaa!

Adoolessa 3, 2023

Ajajaan Ol’aanaa ABO-WBO jaal Marroo Dirribaa, I/A Ajajaa Ol’aanaa ABO-WBO jaal Gammachuu Abboyyee fi Ajajaan ABO-WBO Zoonii Gidduu Galeessaa jaal Sanyii Nagaasaa karaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa oduu aagaa isiniif qabu!

Kanaaf, kallatti YouTube, Rumble, Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa fi Qarree Network irraan wal haa eegnu! Bal’inni dhaamsa jaallanii Hagayya 03, 2023 sa’a 11:00 akka DCtti fi Galgala sa’aa 1:00 Akka Oromiyaatti waan dhihaatuuf akka wal hordofnu kabajaan isin afeerra!

Injifannoo Ummata Oromoof!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa!
Adoolessa 03, 2023

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading