• Thu. Mar 19th, 2026

WBOn Arsii bahaa aanaa Zuwaay Dugdaa keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Jul 3, 2023

ONM-ABO Adoolessa 3, 2023

Godinaa Arsii bahaa Aanaa zuwaayii dugdaa gandaa odaa jedhamtu keessatti WBOn zoonii kibba baha Oromiyaa Cibraan Jaal Nadhii Gammadaa waranaa PP maqaa sakattaan bobbaate iddoo gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo jiru ga’uu  sodaachuun mana uummataa gubuun baqattee ba’uuf yaalaa turte faana dha’uun haxxee itti hidhee bakkakkaa itti buusuun loltoota 14 yoo irraa ajjeesu 10 madoo taasisee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading