Qophii Sagalee Bosonaa ONM-ABO Hagayya 26, 2023’tiif keessummoonni keenya, Weellisaa Jaal Eebbisaa Soolanii fi Weellisaa Jaal Abdii DF Toleeraa ti. Sagantaan kun karaa telgraam Arraata Biyyoolessa Oromiyaa, fb Arraata ONM-ABO, Rumble ONM fi TV ONM isaniif dhiyaata.
Karaalee kunniin keessa kan isanii mijatuun akka nu hordoftan isan afeerra, waliifis akka qoqqooddan abdii isan irraa qabna.
Horaa bulaa deebana,
Injifannoon Uummata Oromoof!
