• Tue. Sep 29th, 2026

Magaalaa Finfinnee keessaatti Dargaggoota Oromoo Ukkaamsun akkuma itti fufeetti jira

Sep 3, 2023

SQ-Fulbaana 3/2023

Shammarre Walabummaa Biraanuu  kutaa Magaalaa gullallee, Aanaa 1ffaa shiromeedaadha hojjeetti. Mucaa kana yeroo hundaa ATI shanee deggerta jedhanii baayyee doorsisaa turan. Amma kunoo bakka hojiitii fuudhanii waajjira poolisii isa shiromeedaa Pheexiroos Hospitaalii fuuldura jirutti hidhanii jiru. Suuraa garaagaraas kanneen Waraana Bilisummaa Oromoo ibsu uffattees ayyaana goototaa irrattis kabajaa turte ittiin jedhanii doorsisu achi keessattis.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading