• Tue. Sep 29th, 2026

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zooni Kibba Bahaa Kaadhimamtoota eebbise

Sep 2, 2023

SQ-Fulbana 2/2023


Mooraa qabsoo Bilisummaa Oromoo daran jabeessuuf Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonilee hunda keessaatti kaadhimaamtoota simatee Leenjii siyaasaafi Waraana barsiisaa turuunsa niyaadatama.

Fulbaana 2/2023 Waraanni Bilisummaa Oromoo zooni kibba bahaa Oromiyaa kaadhimamtoota eebbisuu ifoomseera.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading