Godina Booranaa aanaa Mooyyaalee keessatti maatiin qabsaa’otaa waraana bilxiginnaan doorsifamuun itti fufe
ONM-ABO Fulbaana 2, 2023 Godina Booranaa aanaa Mooyyaleetti PP’n maatii qabsa’ootaa gandoota irraa walitti qabuun waltajjii irratti doorsisaa turan. Waltajjii…
