Waraanni faashistii PP baatii darbe kana miidhaa gurguddaa hawaasa Oromoo godina Lixa Shaggar aanota adda addaa irraan ga’uun barame
ONM-ABO Fulbaana 4, 2023 Duula bifa haaraan Oromiyaa keessatti waraanni faashistii PP eegaleen waraanni isaa ilmaan Oromoo godina Lixa Shaggar…
