• Thu. Mar 19th, 2026

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Kaaba Shaggar keessatti diina adabuu jabeesse Guutuu gabaasa kanaa akkaataa lolli xumurameen qabannee isiniif dhiyaanna

Oct 13, 2023

ONM-ABO Onkoloolessa 13, 2023

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP godina Kaaba Shaggar aanota adda addaa keesssa jiran irratti fudhatu cimsee jira.

Haala kanaanis har’a ganama humna maafi’aa PP aanaa Dagam bakka Qurquraa fi Ileen jedhamtutti tarkaanfii laalessaa irratti fudhatee jira.

Diinni rifaatuu kanaan meeshaa waraanaa gurguddaa dhukaasaa jirti.

Aanaa Hidhabuu keessattis sodaa qaqqaaliiwwan ilmaan Oromoo WBOn aanota Kaaba Shaggar keessatti tarkaanfii jabaa fudhachaa jiruun waraanni faashistii PP meeshaa gurguddaa dhukaasaa jiraachuun barameera.

Guutuu gabaasa kanaa akkaataa lolli xumurameen qabannee isiniif dhiyaanna.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading