SQ- Sadaasa 2/2023
Wixata Galgala sa’aa 1:30 Dargaggoo Eliyaas Milkeessaa waraanni Mootummaa yakka tokko malee ajjeesan.
Eeliyaas Dhalataa aanaa Tokkee Kuttaayee Bakka addaa Kobaa jedhamuutti kan dhalatee yoo tahuu, Yeroo amma Magaalaa Moogor utuu jiraatu Yakka tokko malee Waraana Mootummaan ajjeefame.
