• Sun. Jan 11th, 2026

Kaaba Shaggar Aanaa Dagam, Magaalaa Hambisoo keessatti tarkaanfii laalessaa gootichi fudhatee

Nov 20, 2023

Kaaba Shaggar Aanaa Dagam, Magaalaa Hambisoo keessatti tarkaanfii laalessaa gootichi fudhateen meeshaaleen lolaa boombii harkaa saanduqa tokko, qawwee AKM 150, Baazuqaa 7, Laawuncherii tokkoofi hidhannoonee waraanaa booji’uun halii taasiseera.

Hidhamtoota Siyaasaa Oromoo, Oromummaan yakkaman namoota 100 mana hidhaa irraa bilisaan gadhiisuun, namoota reebichi hamaan irratti raawwatamee qaamaa hir’atanis uummanni itti yaa’uun baadhatee deemeera.

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading