• Fri. Jan 9th, 2026

WBOn godina Lixa Shaggar aanaa Ada’aa Bargaa keessatti tarkaanfii boonsaa fudhachuun diina du’aa fi madoon adabee hidhamtootas gadhiisise

Dec 10, 2023

ONM-ABO Muddee 10, 2023

Abdii fi gaaddisni uummata Oromoo imala bilisummaa milkeessuuf tarkaanfii jajjabduu waraana faashistii PP irratti fudhachuu itti fufuun godina Lixa Shaggar aanaa Ada’aa Bargaa magaalaa Hincinnii keessatti waraana faashistii PP irratti fudhateen injifannoo cululuqaa galmeessee jira.

Tarkaanfii dheengadda galgala Muddee 8, 2023 magaalaa Hincinnee keessatti fudhateen humna diinaa hedduu ajjeesuun gariin madeessee hidhamtoota siyaasaa gadhiisisee jira.

Guutuu tarkaanfii kanaa akkaataa nu qaqqabeen isiniif dhiyeessina.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading