• Mon. Mar 16th, 2026

WBOn zoonii Bahaa fi Kibba bahaa Oromiyaa aanaa Hancarii fi Asakoo keessatti diinaa du’aa fi madoon adabuu beeksise

Dec 10, 2023

ONM-ABO Muddee 10, 2023

Abdii fi gaaddisni uummata Oromoo WBOn godina Arsii bahaa aanaa Asako ganda Biyyootii jedhamu keessatti kaleessa Muddee 9, 2023 cibraan Hambaa Aanoolee waraana PP maqaa sakkattaa WBO jedhun bobbaa’an tarkaanfii haxxeen irratti fudhaten injifannoon boonsaa galmeessee jira.

Korommiiwwan Gaara Cilaaloo warri mooraa diinaatti abidda waraana diinaatti giimii ta’anii gubanii qaammatan rasaasaan akaa’uun baarudaan macheessanii loltoota bilxiginnaa 20 battalatti ajjeesuun 43 ammoo madoon adabuun injifannoo Cululuqaa galmeessanii jiru.

Lollii hangaa bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaatti itti fufa !

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading