• Mon. Nov 16th, 2026

ONM-ABO Injifannoo WBO zoonii Kibba bahaa aanaa Martii fi godina Qellem Wallaggaa aanaa Gaawoo Qeebbee keessatti qabannee isiniif dhiyaanna!

Dec 24, 2023

ONM-ABO Muddee 24, 2023

Injifannoo WBO zoonii Kibba bahaa aanaa Martii qabannee isiniif dhiyaanna!

Injifannoo Waraana Bilisummaa Oromoo godina Qellem Wallaggaa aanaa Gaawoo Qeebbee keessatti oraaliin lama barbaada’e qabannee isiniif dhiyaanna.

Telegram Arraata Biyyoolessa Oromiyaa join gochuun ni eega!

https://t.me/Arraataabiyyoolessaaoromiyaa

Leave a Reply