SQ-Amajjii 8/2024
Kibba Oromiyaa Dbibee Gayyaa har’aa dargaggoon Shan(5) sabaaba hin beekamneen hid guuraman!
Godinaa booranaa Aanaa taltallee magaala dibbee gayyaatti dargaggooti Shan yakkaa isaani osoo hin beekin hidhaatti darbataman!
Dargaggooti kuniin jiraatotuma magaala sunii yoo ta’an Maqaan isaani:
1) Elemaa Goolloo
2) Kiyyaa Kunnii Waariyo
3) Urga Garbole Kuyu
4) Jirmoo Dhaddoo Guyyoo
5) Kulaa goolicha Dooyyo




