• Tue. Nov 24th, 2026

Murni Maafiyaan Siyaasaan isaa nama ajjeesuu ta’e ammallee ajjechaa gara jabinaa itti fufee jira!

Jan 8, 2024

SQ-Amajjii 08, 2024

Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Laaloo Assaabii Gandaa Harroojjii Seerdoo jedhamtuutti kan dhalatee guddate ol adeemaa Kichuu, abdii egeree biyyaa badii homaa malee rasaasa itti roobsuun maafiyaan PO ajjeesuu maddeen SQ gabaasan.

Guyyaa kaleessaa dargaggoo maqaan isaa Boonaa Gammachiis Lataa jedhamu, maatii isaa biraa gadi baasuun rasaasa itti roobsuun kan ajjeesan.


Sirna Oromoo nyaachuuf uumame irraa silas gaarummaan eegamu waan hin jirreef qaamni hundumtuu of eeggannoo taasisuuf sirna du’aa jiru kanatti finciluu akka qabu dhaamna!

Leave a Reply