• Wed. Nov 25th, 2026

Diddaa uummataa – Hanguma Diddaan Uummata jajaachuun uummatni lagannaa fi uggura cimsaa deemu, bilxiginnaan raafamuu itti fufti

Jan 31, 2024

ONM-ABO Amajjii 31, 2024

Hanguma Diddaan Uummata jajaachuun uummatni lagannaa fi uggura cimsaa deemu, bilxiginnaan raafamuu itti fufti.

Raafama kanaanis qajeelfamoota ittiin Diddaa Uummataa kana cabsan hidhaa, ajjeechaa fi saamicha geggeessuun cinaatti akkuma #Naqamteetti taasisan #Tajaajila Interneetaa kutuu ni danda’u.

Kanaafuu uummatni keenya (tajaajilamtootni) fuula miidiyaa hawaasaa tooftaalee adda addaa fayyadamuun waan naannoo isaa nuuf erguu itti fufu!

Leave a Reply