ONM-ABO Bitootessa 22, 2024
Qophii Qorqortii Siyaasaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa irraa isiniif darbuuf keessummaa keenya kan ta’an Luba Dr. Bantii Ujuluu galgala kana sa’a 12:00tti qabannee isiniif dhiyaanna.
Nu Hordofaa!
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa
Sagalee Cunqurfamtootaa!
