• Mon. Jan 12th, 2026

WBOn godina Gujii Lixaa aanaa Bulee Horaa keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Mar 31, 2024

ONM-ABO Bitootessa 31, 2024

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo WBOn zoonii Kibbaa waraana faashistii PP manaa fi qabeenya uummata Oromoo gubaa fi saamaa deemtuu osoo isheen galaa geessituu kaleessa Bitootessa 30 godina Gujii Lixaa aanaa Bulee Horaa ganda Budaa Magaadaa iddoo addaa Cherchii Burkuutti tarkaanfii laalessaa irratti fudhateen loltoota diinaa 7 battalatti yommuu irraa ajjeesu 13 immoo madoo dandammii hin qabneen adabee jira.

Tarkaanfii WBOn fudhate kanaanis waraanni faashistii PP naannoo Baddaa Magaadaa qabannaaf dhaadataa jiru, sodaan raafamaa jiraachuun barameera.

Lolli Bilisummaa Finiinee Itti Fufa!

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading