ONM-ABO Ebla 1, 2024
Godina Iluu Abbaa Booraa bulchiinsa magaalaa Mattuu keessatti har’a waaree booda sa’a 9:00 irraa eegalee waraanni faashistii sakatta’insa cimaa geggeessuun namoota nagaa keessaayuu dargaggoota hedduu mana hidhaatti guuranii jiru.
