ONM-ABO Ebla 11, 2024
Waamicha Lagannaa Gabaa fi Uggura Geejjibaa ajjeechaa Jaal Battee Urgeessaa ilaalchisuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sanbata Ebla 13,2024 galgala sa’a 12:00 irraa kaasee Dilbata ganama jabaatee hanga guyyaan isaa murtaa’utti itti fufu baasuuf hojiitti jira.
Torbee kanas Torbee Gaddaa jennee moggaasneerra.
Waamicha kanaanis Uggurri Geejjibaa fi Lagannaa gabaa Diddaa Uummataan dabaalamee geggeeffamu akkasumas uummatni Oromoo biyya alaas hiriira balaaleffannaa murna bilxiginnaa irratti mootummaa biyya keessa jirtanitti baatanii akka dhageessistan waamicha isiniif dhiyeessina.
Qeerroo Bilisummaa Oromoo irraa!
