• Thu. Mar 19th, 2026

WBOn godina Gujii Lixaa aanaa Bulee Horaa keessatti diina du’aa fi madoon adabe

Apr 12, 2024

ONM-ABO Ebla 11, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn Zoonii Kibbaa humna faashistii PP saamicha, gudeeddaa fi ajjeechaa jumlaatiin uummata Oromoo hiraarsaa turte har’a Ebla 11 godina Gujii Lixaa aanaa Bulee Horaa ganda Gaalee Magaadaa iddoo addaa Gaalee Garbii jedhamutti guyyaa keessa sa’atii 10:30 tti tarkaanfii irratti fudhateen 5 battalatti yemmuu irraa ajjeesu 8 immoo madoo dandammii hin qabneen adabee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading