• Sun. Nov 22nd, 2026

Waraanni faashistii PP 12 lola kaleessa aanaa Guutoo Giddaa bakka addaa Adaamiitti ta’een madoo ta’uun Hospitaala Riferaalii YWallaggaatti yaalamaa turan yaaliin isaanii dadhabamuun

Apr 22, 2024

ONM-ABO Ebla 19, 2024

Waraanni faashistii PP 12 lola kaleessa aanaa Guutoo Giddaa bakka addaa Adaamiitti ta’een madoo ta’uun Hospitaala Riferaalii Yuuniversiitii Wallaggaatti yaalamaa turan yaaliin isaanii dadhabamuun har’a helikoptaraan magaalaa Naqamtee irraa fudhamuun gara Finfinneetti geeffamanii jiru.

Leave a Reply