ONM-ABO Ebla 23, 2024
Ironically, consistent PR work and preeminent advertisements, albeit unsolicited, for the OLA are done by the regimes media houses. Much of the free bandwidth allocated to the OLA has only reminded the nation how big a nightmare the Oromo movement led by the OLA has become to the regime. Desperate to show a semblance of victory, the regime is rounding up some of its Shene squads previously deployed to impersonate the OLA to parade them as POWs/defectors.
Beekkamtiin bilisaa midiyaaleen Bilxiginnaa WBOf kennaa turanii fi jiran, Qabsoon Billisummaa Oromoo WBOn durfamu hangam akka boqonnaa isaan dhowwe akeeka. Foolii moichaa waliin kan wal hin barre Bilxiginnaan, saamtota Koreen Nageenyaa Shimelis WBO fakkeessuuf bobbaafte turte deebiftee sassaabuun akka booji`amaatti/harka-kennataatti dhiyeeffachaa jirti. Sodaa fi abdii-kutannaan mandara Bilxiginnaa maadhee godhataniiru.
