• Sat. Mar 14th, 2026

WBOn Zoonii Lixaa godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaan jalatti diina du’aa fi madoon adabe

May 9, 2024

ONM-ABO Ebla 7, 2024

Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn har’a ganama godina Qellem Wallaggaa aanaa Hawwaa Galaan bakka addaa Dabaqqaa jedhamtutti tarkaanfii waraana maafi’aa PP irratti fudhateen du’aa fi madoon adabee jira.

Tarkaanfii laalessaa WBOn Birgeedii Odaa Kaarraa Cibraa Hangaasuu Gambitaa loltoota ergamtoota Abiy Ahimed irratti fudhate kanaanis qawwee AKM 5, boombii harkaa 2, rasaasa 400 fi gumbiilee dugda irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisumma Oromoof galii taasisee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗️

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading