Waraanni PP Godina Gujii Bahaa ona Gooroo Doolaa Keessatti saamicha, hidhaa fi Meeshaalee gurguddaa uummata nagaa irratti darbachuu hammeessan
ONM-ABO Waxabajjii 28, 2024 “Namni badii ga’e nama galaafata akkuma” jedhan sirni bilxiginnaa waan ta’u wallaaluun waan qabee gadhiisu bita…
