• Fri. Mar 13th, 2026

WBOn Baha Shaggar aanaa Dugdaa keessatti tarkaanfii waraana faashistii PP irratti fudhate

Jul 6, 2024

ONM-ABO Waxabajjii 30, 2024

Baha Shaggar aanaa Dugdaa magaalaa Maqiitti dhiyoo kan taate ganda Tuuchii Raasaa keessatti kaleessa Waxabajjii 29 waaree booda toora sa’a 11 irratti tarkaanfii waraana faashistii PP irratti fudhatameen waraanni faashistii PP du’aa fi madoon adabamteetti.

Du’aa fi madoo ishee gaarii fardaan dirqamaan uummata feesistee gara magaalaa Maqiitti geessuun yeroo ammaa madoon hospitaala Maqiitti yaalamaa jirti.

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading