• Sun. Mar 15th, 2026

WBOn Zoonii Harsadee Baha Shaggar aanaa Liiban Cuqqaalaa keessatti waraana faashistii PP haleele

Jul 6, 2024

ONM-ABO Adoolessa 4, 2024

Waaranni Bilisummaa Oromoo WBOn Zoonii Harsadee tarkaanfii diina irraatti fudhachuu itti fufee jira.

Jajjabeen WBO zoonichaa Birgeediin Caffee Tumaa Cibiraan Erer Kormaa Buttaan Gaara Cuqqaalaa kaleessa Adoolessa 3, 2024 aanaa Liiban Cuqqaalaa bakka addaa Muummicha jedhamutti waarana garboomfataa PP uummata dararaa turte irratti galgala osoo magaalaatti konkolaataa paatiroolii 2n gaaluuf fiddu haxxee itti hidhuun tarkaanfii irratti fudhateen loltoota 13 yeroo irraa ajjeesu 5 ammoo madoo dandammii hin qabneen adabee jira.

Bobbaan_Irbuu_Shinniggaa itti fufa ❗

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading