• Sun. Jan 11th, 2026

WBOn Lixa Shaggar Aanaa Ada’aa Bargaa Keessatti Diina Du’aa fi Madoon Adabuun isnaayippera, PKM fi AKM Irraa Hiikuun Hedduu Booji’e

Jul 31, 2024

ONM-ABO Adoolessa 31, 2024

WBOn Zoonii Giddu Galaa godina Lixa Shaggar aanaa Ada’aa Bargaa ganda Dheebisaa Hangasaa keessatti tarkaanfii kaleessa Adoolessa 30 waraana impayeera Itoophiyaa irratti fudhateen injifannoo boonsaa galmeessee jira.

Lola jabaa kanaan waraana faashistii PP irraa loltoota 112 ajjeesuun 64 madoon gaggeessee jira.

Meeshaa AKM 84, PKM 2, Isnappara 2 hiidhaannoo guutun waliin irraa hiikuun galii moona qabsoo bilisummaa Oromootiif oolchee jira.

Kana malees meeshaalee adda addaa, hidhannoolee fi qophii irraa hiikuun 23 jiraa booji’ee jira.

Lolli WBOn Lixa Shaggar keessatti geggeessaa jiru itti fufee waan jiruuf hordofnee kan isin beeksisnu ta’a ❗

Injifannoon Uummata Oromoof ❗

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading