As we predicted a few days ago, Abiy is parading some of his Shane robbers as OLA defectors/POWs, ostensibly following “the public call them for peace.” And soon, they will be send them back to the bush with a new mission. This poorly scripted drama will continue, and it is only one of the many ways they exploit the popular demand for peace for their own sinister purposes.
Akkuma guyyaa muraasa dura ibsine, Bilxiginnaan ´Shanee´ ofii bobbaase deebisee sassaabachaa jira. Yeroo muraasa booda leenjii biraa kennanii irra deebiin bobbaasu. Diraamaan waggoota darbanii ture itti fufeera. Dhimma nagaa waaraa ilaalchisee bal`inaan itti deebina.
#Oromia #Ethiopia
