• Tue. Nov 24th, 2026

Akkuma guyyaa muraasa dura ibsine, Bilxiginnaan ´Shanee´ofii bobbaase deebisee sassaabachaa jira

Aug 29, 2024

Akkuma guyyaa muraasa dura ibsine, Bilxiginnaan ´Shanee´ ofii bobbaase deebisee sassaabachaa jira. Yeroo muraasa booda leenjii biraa kennanii irra deebiin  bobbaasu. Diraamaan waggoota darbanii ture itti fufeera. Dhimma nagaa waaraa ilaalchisee bal`inaan itti deebina.  

#Oromia #Ethiopia

Leave a Reply