Godina Walloo aanaa Jiillee Dhummuuggaatti hidhattootni murna bilxiginnaa manneen maatii qabsaa’otaa irra deemuun summii midhaan nyaataatti naquu fi saamichas raawwachuun meeshaalee jiraattotaas caccabsan
ONM-ABO Fulbaana 3, 2024 Seenaa qabsoo riphee loltoota addunyaa kanaa keessatti warreen bilisummaa saba isaaniif qabsaa’aa turan, akkasumas duula abbootiin…
