• Wed. May 13th, 2026

WBO fi Mootummaan Hiriira Waamicha Nagaa Godinaalee Oromiyaa Keessatti Geggeessamuuf Mata Mataan Deebii Kennan, VOA Afaan Oromoo Sadaasa 15, 2024

Nov 17, 2024

Naannoo Oromiyaa godinaalee fi aanaalee garaa garaatti hiriirri waamicha nagaa gaggeeffamaa ture har’as itti fufee jira. Hiriira waamicha nagaa kana ilaalchisuun Mootummaan naannoo Oromiyaa har’a fuula feesbuukii biiroo Kominikeeshinii mootummaa naannichaan ibsa baaseen waamicha hiriirtotaa akka simatu beeksisee jira. Gama WBOtiin hiriirri waamicha nagaa kun kaka’umsa ummataatiinn kan gaggeeffamu tahuu isaa irratti amantaa hin qabnu, jechuun gorsaan Ajaja Ol’aanaa dhaabichaa ibsee jira. Tsahaay Daamxoo gabaasaa Finfinneerraa ergite dhiheessina.

https://www.voaafaanoromoo.com/a/7865492.html

Leave a Reply

Discover more from Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Subscribe now to keep reading and get access to the full archive.

Continue reading