Godina Walloo Aanaa Jiillee Dhummuuggaa keessatti ergamtoota murna Bilxiginnaan hidhaa, saamichaa fi reebichi namoota nagaa irratti raawwatamu jabaachuu maddeen onichaa ONM’tti himan
ONM-ABO Onkoloolessa 27, 2024 Gidiraa fi roorrifama akka waan uummanni Oromoo walii galee fuudheetti kan fudhatan waraanni saayinsii waraanummaa hin…
